-
Uumama 19:6-8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Achiis Loox gara isaaniitti gad baʼee duuba isaatiin balbalicha cufe. 7 Akkanas isaaniin jedhe: “Yaa obboloota koo, maaloo, hammina hin raawwatinaa. 8 Maaloo kunoo, ani ijoollee durbaa matumaa dhiiraa wajjin saalqunnamtii raawwatanii hin beekne lama qaba. Maaloo, wanta gaarii fakkaatee isinitti mulʼate akka isaan irratti raawwattaniif isaaniin gad isiniif nan baasa. Namoonni kun garuu gaaddisa baaxii mana kootii jalatti eegumsa argachuuf waan dhufaniif, isaan irratti homaa hin raawwatinaa.”+
-