Luqaas 17:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Haaluma wal fakkaatuun, akkuma bara Looxitti+ tures ni taʼa: Namoonni bara sanaa nyaachaa, dhugaa, bitaa, gurguraa, dhaabaa fi ijaaraa turan.
28 Haaluma wal fakkaatuun, akkuma bara Looxitti+ tures ni taʼa: Namoonni bara sanaa nyaachaa, dhugaa, bitaa, gurguraa, dhaabaa fi ijaaraa turan.