-
Uumama 19:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Yommuu lafti ifuu jalqabus maleekonni Looxiin ariifachiisanii, “Kaʼi! Ati cubbuu magaalattiitiin akka hin balleeffamnetti, haadha manaa tee fi ijoollee durbaa kee lamaan warra si bira jiran fudhadhuu baʼi!” isaan jedhan.+
-