-
Luqaas 17:29-31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Guyyaa Loox Sodoomii baʼetti garuu, ibiddii fi dinyiin samii irraa roobee hunda isaanii balleesse.+ 30 Guyyaa Ilmi namaa mulʼatu+ sanattis akkasuma ni taʼa.
31 “Guyyaa sanatti namni baaxii manaa irra jiruu fi mana keessaa miʼa qabu, miʼa isaa fudhachuuf gad hin buʼin; haaluma wal fakkaatuun, namni maasii keessa jiru wantoota duubatti hafanitti hin deebiʼin.
-