7 Namoonni biyya sanaa waaʼee haadha manaa isaa yeroo isa gaafatan hundumaatti, “Ishiin obboleettii tiyya” jedha ture.+ Ishiin bareedduu waan turteef+ inni, “Namoonni biyya kanaa sababii Ribqaatiin na ajjeesuu dandaʼu” jedhee yaade; kanaafuu, “Ishiin haadha manaa tiyya” jechuu ni sodaate.