-
Uumama 18:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Isaan keessaa inni tokkos itti fufuudhaan, “Ani waggaa dhufu yeroo kanatti dhugumaan gara keetti nan deebiʼa; kunoo, haati manaa tee Saaraan ilma ni deessi”+ jedhe. Yeroo kanatti Saaraan balbala dunkaanichaa isa namicha duubaan jiru bira taatee dhaggeeffachaa turte.
-
-
Uumama 18:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Wanti Yihowaadhaaf hin dandaʼamne jiraa?+ Ani waggaa dhufu yeroo murteeffame kanatti gara keetti nan deebiʼa; Saaraanis ilma ni deessi.”
-
-
Roomaa 9:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Waadaan sun, “Yeroo kanatti nan dhufa, Saaraanis ilma ni deessi” kan jedhu ture.+
-