LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 26:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kanaan kan kaʼes, Filisxeemonni boolla bishaanii tajaajiltoonni abbaa isaa bara Abrahaamitti qotan hundumaa biyyoodhaan ni duuchan.+

  • Uumama 26:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Tiksitoonni Geraar garuu, “Bishaan kun kan keenya!” jedhanii tiksitoota Yisihaaqii wajjin wal loluu jalqaban. Isaan waan isaa wajjin wal lolaniifis inni boolla bishaanii sana Eeseeq* jedhee moggaase.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi