LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 26:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Boodas Abimelek Ahuzaat isa gorsituu dhuunfaa isaa taʼee fi Fikool isa ajajaa raayyaa waraanaa isaa taʼee wajjin Geraarii gara Yisihaaq dhufe.+

  • Uumama 26:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yeroo kanatti isaan akkana isaan jedhan: “Yihowaan sii wajjin akka jiru ifatti argineerra.+ Kanaafuu, nuti akkana jennee yaanne: ‘Maaloo, kakaan dirqamaa nuu fi si gidduu haa jiraatu; sii wajjinis kakuu haa gallu;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi