Uumama 21:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Akka kanaan, isaan Ber Sheebaatti kakuu waliif ni galan;+ sana booda Abimelek ajajaa raayyaa waraanaa isaa Fikoolii wajjin ni kaʼe; isaanis gara biyya Filisxeemotaatti+ deebiʼan.
32 Akka kanaan, isaan Ber Sheebaatti kakuu waliif ni galan;+ sana booda Abimelek ajajaa raayyaa waraanaa isaa Fikoolii wajjin ni kaʼe; isaanis gara biyya Filisxeemotaatti+ deebiʼan.