LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 10:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Mizraayiim Luudimiin,+ Anaamiimiin, Lehaabiimiin, Naaftuhiimiin,+ 14 Phaatrusiimiin,+ Kaasluhiimiin (isa Filisxeemonni+ irraa argaman), akkasumas Kaaftoriimiin+ dhalche.

  • Uumama 26:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Yeroo kanattis akkuma beela jalqaba bara Abrahaamitti buʼee ture+ sanaa beelli kan biraan biyyattii keessatti waan buʼeef, Yisihaaq gara Abimelek mootii Filisxeemotaa isa Geraar keessatti argamuu ni dhaqe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi