Ibroota 11:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Abrahaam yeroo qorametti,+ amantiidhaan Yisihaaqiin aarsaa godhee dhiheessuuf jedhee ture; namni waadaawwan sana gammachuudhaan fudhate kun, ilma isaa isa tokkicha aarsaa godhee dhiheessuuf yaalii godhe;+
17 Abrahaam yeroo qorametti,+ amantiidhaan Yisihaaqiin aarsaa godhee dhiheessuuf jedhee ture; namni waadaawwan sana gammachuudhaan fudhate kun, ilma isaa isa tokkicha aarsaa godhee dhiheessuuf yaalii godhe;+