Ruut 4:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Boʼaazis gara karra magaalattiitti+ ol baʼee achi taaʼe. Yeroo kanatti namichi dubartittii akka furu Boʼaaz dubbatee ture+ sun achiin darbaa ture. Boʼaazis, “Yaa abalu, as kottu; taaʼi mee” isaan jedhe. Innis dhaqee taaʼe.
4 Boʼaazis gara karra magaalattiitti+ ol baʼee achi taaʼe. Yeroo kanatti namichi dubartittii akka furu Boʼaaz dubbatee ture+ sun achiin darbaa ture. Boʼaazis, “Yaa abalu, as kottu; taaʼi mee” isaan jedhe. Innis dhaqee taaʼe.