LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 25:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Namichis haadha manaa obboleessa isaa fuudhuu hin barbaadu yoo taʼe, haati manaa obboleessa isaa gara jaarsolii karra magaalattii bira jiran sanaa dhaqxee, ‘Obboleessi abbaa manaa kootii maqaan obboleessa isaa Israaʼel keessa akka turu gochuu dideera. Inni wanta waarsaa irraa eegamu raawwachuuf tole jechuu dideera’ haa jettu.

  • Fakkeenya 31:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Abbaan manaa ishii karrawwan magaalattii keessatti,+

      Bakka jaarsolii biyyattii gidduu taaʼutti akka gaariitti kan beekame dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi