Ruut 4:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Boʼaazis gara karra magaalattiitti+ ol baʼee achi taaʼe. Yeroo kanatti namichi dubartittii akka furu Boʼaaz dubbatee ture+ sun achiin darbaa ture. Boʼaazis, “Yaa abalu, as kottu; taaʼi mee” isaan jedhe. Innis dhaqee taaʼe. Iyyoob 29:7, 8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yommuun karra magaalattiitti baʼee+Addabaabayii keessa taaʼaa turetti,+ 8 Ijoolleen yommuu na argan karaa naaf gadhiisu,*Maanguddoonni illee kaʼanii dhaabbatu turan.+
4 Boʼaazis gara karra magaalattiitti+ ol baʼee achi taaʼe. Yeroo kanatti namichi dubartittii akka furu Boʼaaz dubbatee ture+ sun achiin darbaa ture. Boʼaazis, “Yaa abalu, as kottu; taaʼi mee” isaan jedhe. Innis dhaqee taaʼe.
7 Yommuun karra magaalattiitti baʼee+Addabaabayii keessa taaʼaa turetti,+ 8 Ijoolleen yommuu na argan karaa naaf gadhiisu,*Maanguddoonni illee kaʼanii dhaabbatu turan.+