Nahimiyaa 8:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yeroo kanatti namoonni hundi tokko taʼanii addabaabayii Karra Bishaanii+ fuuldura jirutti walitti qabaman; achiis Izraan+ inni garagalchituu* taʼe kitaaba Seera Musee+ isa ajaja Yihowaan Israaʼeliif kenne+ qabate akka isaaniif fidu isa gaafatan.
8 Yeroo kanatti namoonni hundi tokko taʼanii addabaabayii Karra Bishaanii+ fuuldura jirutti walitti qabaman; achiis Izraan+ inni garagalchituu* taʼe kitaaba Seera Musee+ isa ajaja Yihowaan Israaʼeliif kenne+ qabate akka isaaniif fidu isa gaafatan.