26 Tajaajiltoonni mana qulqullummaa*+ warri Ofeel+ keessa jiraatan, isa hamma fuuldura Karra Bishaanii+ isa gara bahaatti argamu, akkasumas masaraa isa gara alaatti baʼe ni haaressan.
37 Isaan Karra Burqaa+ bira yommuu gaʼan, dallaa Mana Daawit+ irraa olitti argamuu fi ol baasu qabatanii kallattiidhaan gara fuulduraatti deemuudhaan Kortoo+ Magaalaa Daawititti ol baʼanii gara Karra Bishaanii+ isa kallattii bahaatiin argamuutti qajeelan.