LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 27:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yootaam+ yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 25 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 16f ni bulche. Maqaan haadha isaa Yerushaa yeroo taʼu, ishiin intala Saadoq turte.+

  • 2 Seenaa Baraa 27:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Inni karra mana Yihowaa isa olii ni ijaare;+ akkasumas dallaa dhagaa Ofeel+ irratti hojii ijaarsaa hedduu raawwate.

  • 2 Seenaa Baraa 33:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Minaaseen+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 12 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 55f ni bulche.+

  • 2 Seenaa Baraa 33:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Sana booda Giyoon+ ishii sululicha keessatti argamtu irraa gara dhihaatii jalqabee hamma Karra Qurxummiitti+ karaa alaatiin Magaalaa Daawitiif+ dallaa baayʼee dheeraa taʼe ni ijaare; dallichis magaalattiitti marsee Ofeel+ bira gaʼa ture. Dabalataanis magaalota Yihudaa warra dallaa dhagaa qaban hundumaa keessatti ajajjoota raayyaa waraanaa ni muude.

  • Nahimiyaa 11:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Tajaajiltoonni mana qulqullummaa*+ Ofeel+ keessa jiraachaa turan; Zihaa fi Gishpaan immoo ajajjoota tajaajiltoota mana qulqullummaa* turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi