LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 5:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis Daawit dahoo sana keessa jiraachuu jalqabe; dahoon sunis Magaalaa Daawit jedhame;* Daawit Koobicha*+ irrattii fi magaalattii keessa bakka kan biraatti dallaawwanii fi gamoowwan kan biraa ijaaruu jalqabe.+

  • 2 Seenaa Baraa 32:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Hisqiyaasis Senaaheriib Yerusaalem irratti waraana banuuf yaadee dhufuu isaa yommuu argu,

  • 2 Seenaa Baraa 32:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Dabalataanis, inni kutannoodhaan guutummaa dallichaa isa diigame deebisee erga ijaaree booda masaraawwan achi irratti ni hojjete; karaa alaatiinis dallaa kan biraa ni ijaare. Kana malees, Koobii*+ Magaalaa Daawit ni haaresse; meeshaawwan waraanaa* fi gaachanoota hedduus ni hojjete.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi