5 Dabalataanis, inni kutannoodhaan guutummaa dallichaa isa diigame deebisee erga ijaaree booda masaraawwan achi irratti ni hojjete; karaa alaatiinis dallaa kan biraa ni ijaare. Kana malees, Koobii*+ Magaalaa Daawit ni haaresse; meeshaawwan waraanaa* fi gaachanoota hedduus ni hojjete.