LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 17:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Naannoowwan Yisaakorii fi Asheer keessatti, Beet Shiʼaanii fi magaalonni ishii jalatti* argaman, Yibleʼaamii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, jiraattonni Doorii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, jiraattonni Een Doorii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, jiraattonni Taʼaanaakii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, akkasumas jiraattonni Megidoo fi magaalonni ishii jalatti argaman, warri ol kaʼoon sadan Minaaseedhaaf ni kennaman.

  • Abbootii Murtii 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Taʼaanaak keessa laga Megidoo+ biratti,

      Mootonni dhufanii waraana banan;

      Mootonni Kanaʼaan waraana banan.+

      Garuu meetii boojiʼame tokko illee hin fudhanne.+

  • 2 Mootota 9:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Akaaziyaan+ mootiin Yihudaa wanta raawwatamaa jiru yommuu argu, karaa mana biqiltuu baʼee baqate. (Boodas Yehuun isa duukaa buʼee, “Isas ajjeesaa!” jedhe. Kanaafuu, isaan utuu inni karaa gara Guur ishii Yibleʼaam+ biratti argamtutti geessuun ol baʼaa jiruu gaarii fardaa keessatti isa madeessan. Inni garuu gara Megidootti baqatee achitti duʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi