2 Saamuʼel 5:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Achiis Daawit dahoo sana keessa jiraachuu jalqabe; dahoon sunis Magaalaa Daawit jedhame;* Daawit Koobicha*+ irrattii fi magaalattii keessa bakka kan biraatti dallaawwanii fi gamoowwan kan biraa ijaaruu jalqabe.+ 1 Mootota 9:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Intalli Faraʼoon+ garuu Magaalaa Daawitii+ baatee mana ofii ishii isa Solomoon ishiidhaaf ijaaretti ni galte; sana booda inni Koobicha*+ ni ijaare. 1 Mootota 11:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Sababiin inni mooticha irratti fincila itti kaase kana ture: Solomoon Koobicha*+ ijaaree fi bakka banamaa dallaa Magaalaa abbaa isaa Daawit+ duuchee ture. 2 Mootota 12:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Haa taʼu malee, tajaajiltoonni Yoʼaas isa irratti mariʼatanii+ daandii gara Siilaatti gad buusu irratti mana Koobiitti*+ isa ni ajjeesan.
9 Achiis Daawit dahoo sana keessa jiraachuu jalqabe; dahoon sunis Magaalaa Daawit jedhame;* Daawit Koobicha*+ irrattii fi magaalattii keessa bakka kan biraatti dallaawwanii fi gamoowwan kan biraa ijaaruu jalqabe.+
24 Intalli Faraʼoon+ garuu Magaalaa Daawitii+ baatee mana ofii ishii isa Solomoon ishiidhaaf ijaaretti ni galte; sana booda inni Koobicha*+ ni ijaare.
27 Sababiin inni mooticha irratti fincila itti kaase kana ture: Solomoon Koobicha*+ ijaaree fi bakka banamaa dallaa Magaalaa abbaa isaa Daawit+ duuchee ture.
20 Haa taʼu malee, tajaajiltoonni Yoʼaas isa irratti mariʼatanii+ daandii gara Siilaatti gad buusu irratti mana Koobiitti*+ isa ni ajjeesan.