LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Solomoon gaaʼelaan Faraʼoon mootii Gibxiitti ni firoome. Inni intala Faraʼoon ni fuudhe;*+ mana ofii isaa,+ mana Yihowaa+ fi dallaa Yerusaalemitti marsu+ ijaaree hanga xumuruttis gara Magaalaa Daawititti+ ishii fide.

  • 1 Mootota 7:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Manni* inni keessa jiraatu Galmicha* duubaan mooraa kan biraa+ keessa kan jiru yeroo taʼu, akki itti hojjetamanis wal fakkaata ture. Kana malees, inni mana Galma kanaa wajjin wal fakkaatu tokko intala Faraʼoon ishii Solomoon fuudheef ni ijaare.+

  • 2 Seenaa Baraa 8:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kana malees Solomoon, “Ishiin haadha manaa tiyya yoo taate iyyuu, iddoowwan Taabonni Yihowaa itti seene qulqulluu waan taʼaniif,+ ishiin mana Daawit isa mootii Israaʼel taʼe keessa jiraachuu hin qabdu” jedhee yaaduudhaan, intala Faraʼoon+ Magaalaa Daawit keessaa fuudhee gara mana ishiidhaaf ijaaretti ishii fide.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi