1 Mootota 7:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Manni* inni keessa jiraatu Galmicha* duubaan mooraa kan biraa+ keessa kan jiru yeroo taʼu, akki itti hojjetamanis wal fakkaata ture. Kana malees, inni mana Galma kanaa wajjin wal fakkaatu tokko intala Faraʼoon ishii Solomoon fuudheef ni ijaare.+ 1 Mootota 9:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Intalli Faraʼoon+ garuu Magaalaa Daawitii+ baatee mana ofii ishii isa Solomoon ishiidhaaf ijaaretti ni galte; sana booda inni Koobicha*+ ni ijaare.
8 Manni* inni keessa jiraatu Galmicha* duubaan mooraa kan biraa+ keessa kan jiru yeroo taʼu, akki itti hojjetamanis wal fakkaata ture. Kana malees, inni mana Galma kanaa wajjin wal fakkaatu tokko intala Faraʼoon ishii Solomoon fuudheef ni ijaare.+
24 Intalli Faraʼoon+ garuu Magaalaa Daawitii+ baatee mana ofii ishii isa Solomoon ishiidhaaf ijaaretti ni galte; sana booda inni Koobicha*+ ni ijaare.