-
2 Seenaa Baraa 8:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kana malees Solomoon, “Ishiin haadha manaa tiyya yoo taate iyyuu, iddoowwan Taabonni Yihowaa itti seene qulqulluu waan taʼaniif,+ ishiin mana Daawit isa mootii Israaʼel taʼe keessa jiraachuu hin qabdu” jedhee yaaduudhaan, intala Faraʼoon+ Magaalaa Daawit keessaa fuudhee gara mana ishiidhaaf ijaaretti ishii fide.+
-