-
Izraa 2:43-54Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
43 Tajaajiltoota mana qulqullummaa:*+ ilmaan Zihaa, ilmaan Hasuufaa, ilmaan Taabaaʼot, 44 ilmaan Qeeros, ilmaan Siʼaahaa, ilmaan Paadoon, 45 ilmaan Lebaanaa, ilmaan Hagaabaa, ilmaan Aquub, 46 ilmaan Hagaab, ilmaan Saalmaay, ilmaan Haanaan, 47 ilmaan Gideel, ilmaan Gaahaar, ilmaan Reʼaayaa, 48 ilmaan Reezin, ilmaan Neqodaa, ilmaan Gaazaam, 49 ilmaan Uuzaa, ilmaan Paaseʼaa, ilmaan Beesaay, 50 ilmaan Asnaa, ilmaan Meʼuniim, ilmaan Nefusiim, 51 ilmaan Baaqbuq, ilmaan Haqufaa, ilmaan Harhuur, 52 ilmaan Baasluut, ilmaan Mehiidaa, ilmaan Harshaa, 53 ilmaan Baarqos, ilmaan Siseeraa, ilmaan Temaa, 54 ilmaan Neeziyaa fi ilmaan Haxiifaa.
-
-
Izraa 8:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Achiis gara Idoo isa bakka Kaasiifiyaa jedhamu keessatti geggeessaa taʼe sanaa akka dhaqan isaan nan ajaje. Idoo fi obboloonni isaa warri tajaajiltoota mana qulqullummaa* taʼanii fi Kaasiifiyaa keessa jiraatan, mana Waaqa keenyaatiif tajaajiltoota akka nuuf fidan akka isaan gaafatan isaanitti nan hime.
-
-
Izraa 8:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Tajaajiltoonni mana qulqullummaa* warri Daawitii fi bulchitoonni tajaajila Leewwotaatiif isaan kennan 220 turan; hundi isaaniis maqaadhaan galmeeffamanii turan.
-