LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 9:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Jiraattonni jalqabaa warri gara dhaala isaanii isa magaalota isaanii keessatti argamuutti deebiʼan Israaʼelota tokko tokko, luboota, Leewwotaa fi tajaajiltoota mana qulqullummaa* turan.+

  • Izraa 7:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Kana malees, isin luboota, Leewwota, faarfattoota,+ karra eegdota, tajaajiltoota mana qulqullummaa*+ fi hojjettoota mana Waaqayyoo keessaa isa kam irratti iyyuu qaraxa, gibira+ yookiin qaraxa kellaa akkamii iyyuu muruun akka hin heyyamamne beekaa.

  • Izraa 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis gara Idoo isa bakka Kaasiifiyaa jedhamu keessatti geggeessaa taʼe sanaa akka dhaqan isaan nan ajaje. Idoo fi obboloonni isaa warri tajaajiltoota mana qulqullummaa* taʼanii fi Kaasiifiyaa keessa jiraatan, mana Waaqa keenyaatiif tajaajiltoota akka nuuf fidan akka isaan gaafatan isaanitti nan hime.

  • Nahimiyaa 3:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Tajaajiltoonni mana qulqullummaa*+ warri Ofeel+ keessa jiraatan, isa hamma fuuldura Karra Bishaanii+ isa gara bahaatti argamu, akkasumas masaraa isa gara alaatti baʼe ni haaressan.

  • Nahimiyaa 7:60
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 60 Tajaajiltoonni mana qulqullummaa*+ fi ilmaan tajaajiloota Solomoon hundi 392 turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi