LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 8:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yeroo kanatti namoonni hundi tokko taʼanii addabaabayii Karra Bishaanii+ fuuldura jirutti walitti qabaman; achiis Izraan+ inni garagalchituu* taʼe kitaaba Seera Musee+ isa ajaja Yihowaan Israaʼeliif kenne+ qabate akka isaaniif fidu isa gaafatan.

  • Nahimiyaa 12:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Isaan Karra Burqaa+ bira yommuu gaʼan, dallaa Mana Daawit+ irraa olitti argamuu fi ol baasu qabatanii kallattiidhaan gara fuulduraatti deemuudhaan Kortoo+ Magaalaa Daawititti ol baʼanii gara Karra Bishaanii+ isa kallattii bahaatiin argamuutti qajeelan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi