Hojii Ergamootaa 7:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kanaafuu, Yaaqoob gara Gibxiitti gad ni buʼe;+ inni achitti ni duʼe;+ abbootiin keenyas achitti duʼan.+ 16 Lafeen isaanii gara Sheekemitti geeffamee, awwaala Abrahaam Sheekem keessatti ilmaan Hamoor irraa maallaqa meetiitiin bite keessa kaaʼame.+
15 Kanaafuu, Yaaqoob gara Gibxiitti gad ni buʼe;+ inni achitti ni duʼe;+ abbootiin keenyas achitti duʼan.+ 16 Lafeen isaanii gara Sheekemitti geeffamee, awwaala Abrahaam Sheekem keessatti ilmaan Hamoor irraa maallaqa meetiitiin bite keessa kaaʼame.+