LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 23:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Abrahaamis Efrooniin ni dhagaʼe; achiis hamma meetii isa utuma ilmaan Heet isa dhagaʼanii dubbate sana, jechuunis akka madaallii daldaltoota biratti fudhatama qabutti meetii sheeqilii* 400 madaalee Efrooniif ni kenne.+

  • Baʼuu 13:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yoseef, “Waaqayyo dhugumaan xiyyeeffannaa isaa gara keessanitti ni deebisa; isinis lafee koo asii fuudhaatii baʼaa” jedhee ilmaan Israaʼel cimsee kaksiisee waan tureef, Museen lafee Yoseefis fuudhee baʼe.+

  • Iyyaasuu 24:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Lafeen Yoseef+ inni Israaʼelonni biyya Gibxii keessaa fuudhanii baʼan lafa xinnoo Yaaqoob ilmaan Hamoor+ irraa meetii 100n bite keessatti awwaalamee ture;+ Sheekem ilmaan Hamoor keessaa tokko ture; iddoon sunis dhaala ilmaan Yoseef ni taʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi