Uumama 12:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaanis Abraamiin akkana jedhe: “Biyya kee, firoottan kee fi mana abbaa kee dhiisiitii gara biyya ani sitti argisiisu dhaqi.+ Ibroota 11:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Abrahaam+ yommuu waamame, iddoo akka dhaalaatti fudhachuuf jedhu sana dhaquuf amantiidhaan ajajame; eessa akka dhaqu kan hin beekne taʼus, iddoo jiraatu dhiisee baʼe.+
12 Yihowaanis Abraamiin akkana jedhe: “Biyya kee, firoottan kee fi mana abbaa kee dhiisiitii gara biyya ani sitti argisiisu dhaqi.+
8 Abrahaam+ yommuu waamame, iddoo akka dhaalaatti fudhachuuf jedhu sana dhaquuf amantiidhaan ajajame; eessa akka dhaqu kan hin beekne taʼus, iddoo jiraatu dhiisee baʼe.+