LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 24:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Abrahaamis tajaajilaa isaa isa warra mana isaa keessa jiran hundumaa umuriidhaan caaluu fi wanta inni qabu hunda toʼatuun+ akkana jedhe: “Maaloo, harka kee gudeeda koo jala kaaʼi; 3 shamarran Kanaʼaanotaa ani gidduu isaanii jiraadhu kana keessaa ilma koo akka hin fuusisne maqaa Yihowaa isa Waaqa samii fi Waaqa lafaa taʼeen sin kaksiisa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi