-
Uumama 28:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Kanaafuu, Yisihaaq Yaaqoobiin waamee erga eebbisee booda akkana jedhee isa ajaje: “Shamarran Kanaʼaan keessaa haadha manaa hin fuudhin.+
-
-
Keessa Deebii 7:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Gaaʼelaan isaanitti hin firoomin. Ijoollee durbaa kee ijoollee dhiiraa isaaniitiif hin kennin yookiin ijoollee durbaa isaanii ijoollee dhiiraa keetiif hin fudhatin.+
-