Uumama 22:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Achiis, “Maaloo, ilma kee tokkicha isa baayʼee jaallattu+ Yisihaaqiin+ fuudhii gara biyya Mooriyaa+ dhaqi; achittis gaarota ani sitti argisiisu keessaa isa tokko irratti aarsaa gubamu godhiitii isa dhiheessi” jedhe. Maatewos 1:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Kitaaba seenaa* Yesuus Kiristoos,* ilma Daawit,+ ilma Abrahaam:+ 2 Abrahaam Yisihaaqiin+ dhalche;Yisihaaq Yaaqoobiin+ dhalche;Yaaqoob Yihudaa+ fi obboloota isaa dhalche;
2 Achiis, “Maaloo, ilma kee tokkicha isa baayʼee jaallattu+ Yisihaaqiin+ fuudhii gara biyya Mooriyaa+ dhaqi; achittis gaarota ani sitti argisiisu keessaa isa tokko irratti aarsaa gubamu godhiitii isa dhiheessi” jedhe.
1 Kitaaba seenaa* Yesuus Kiristoos,* ilma Daawit,+ ilma Abrahaam:+ 2 Abrahaam Yisihaaqiin+ dhalche;Yisihaaq Yaaqoobiin+ dhalche;Yaaqoob Yihudaa+ fi obboloota isaa dhalche;