Uumama 17:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana isaan jedhe: “Haati manaa tee Saaraan dhugumaan ilma siif ni deessi; atis maqaa isaa Yisihaaq*+ jedhii moggaasi. Sanyii isaa warra isa booda dhufaniif kakuu bara baraa akka taʼuufis kakuu koo isaa wajjin nan cimsa.+ Iyyaasuu 24:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “‘Anis yeroo booda abbaa keessan Abrahaamiin+ Lagicha* gamaa fuudhee guutummaa biyya Kanaʼaan keessa akka deemu nan godhe; sanyii isaas nan baayʼise.+ Yisihaaqiin isaaf nan kenne;+ Roomaa 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kana malees, sanyii Abrahaam waan taʼaniif hundi isaanii ijoollee isaa ti jechuu miti;+ kanaa mannaa, “Inni sanyii kee jedhamee waamamu karaa Yisihaaq dhufa” jedhamee barreeffameera.+
19 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana isaan jedhe: “Haati manaa tee Saaraan dhugumaan ilma siif ni deessi; atis maqaa isaa Yisihaaq*+ jedhii moggaasi. Sanyii isaa warra isa booda dhufaniif kakuu bara baraa akka taʼuufis kakuu koo isaa wajjin nan cimsa.+
3 “‘Anis yeroo booda abbaa keessan Abrahaamiin+ Lagicha* gamaa fuudhee guutummaa biyya Kanaʼaan keessa akka deemu nan godhe; sanyii isaas nan baayʼise.+ Yisihaaqiin isaaf nan kenne;+
7 Kana malees, sanyii Abrahaam waan taʼaniif hundi isaanii ijoollee isaa ti jechuu miti;+ kanaa mannaa, “Inni sanyii kee jedhamee waamamu karaa Yisihaaq dhufa” jedhamee barreeffameera.+