- 
	                        
            
            Uumama 20:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Abrahaamis akkana jedhe: “Akkana kanan godhe, ‘Biyya kana keessa Waaqayyoon sodaachuun akka hin jirre beekamaa dha; sababii haadha manaa tiyyaanis na ajjeesu’ jedhee waanan yaadeefi.+
 
 -