Uumama 10:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Kanaafuu, daangaan Kanaʼaanotaa Siidoon irraa jalqabee hamma Geraar+ ishii Gaazaa+ biratti argamtuutti, hamma Sodoom, Gomoraa,+ Admaa fi Zeboʼiim+ warra Laashaa biratti argamaniitti gaʼa ture. Uumama 20:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Abrahaam buufata isaa achii kaasee+ gara biyya Negeebitti geessuudhaan Qaadeshii+ fi Shuur+ gidduu jiraachuu jalqabe. Utuma Geraar+ keessa jiraachaa* jiruus,
19 Kanaafuu, daangaan Kanaʼaanotaa Siidoon irraa jalqabee hamma Geraar+ ishii Gaazaa+ biratti argamtuutti, hamma Sodoom, Gomoraa,+ Admaa fi Zeboʼiim+ warra Laashaa biratti argamaniitti gaʼa ture.
20 Abrahaam buufata isaa achii kaasee+ gara biyya Negeebitti geessuudhaan Qaadeshii+ fi Shuur+ gidduu jiraachuu jalqabe. Utuma Geraar+ keessa jiraachaa* jiruus,