-
Uumama 25:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Ishmaaʼelis waggaa 137 jiraate. Achiis hafuura isaa isa dhumaa baafatee ni duʼe; gara saba isaattis walitti ni qabame.* 18 Isaanis Hawiilaa+ ishii Shuur+ biratti argamtuu fi Gibxitti dhihoo jirtu irraa jalqabee hamma Asooritti fagaatanii jiraatan. Innis obboloota isaa hundumaatti dhihoo ni buufate.*+
-