LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 25:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Achiis inni jalqaba dhalate akka uffata rifeensa irraa tolfameetti guutummaan qaama isaa diimaa ture;+ kanaafuu, isaan maqaa isaa Esaawu*+ jedhanii moggaasan.

  • Uumama 25:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Yeroo kanatti Yaaqoob, “Dura garuu mirga angafummaa+ kee natti gurguri!” isaan jedhe.

  • Ibroota 12:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 kana malees, namni halaleenis* taʼe, namni akka Esaawu isa nyaata tokkoof jedhee mirga angafummaa isaa dabarsee kenne sanaa wantoota qulqulluu hin dinqisiifanne isin gidduutti akka hin argamne of eeggadhaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi