-
Ibroota 12:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 kana malees, namni halaleenis* taʼe, namni akka Esaawu isa nyaata tokkoof jedhee mirga angafummaa isaa dabarsee kenne sanaa wantoota qulqulluu hin dinqisiifanne isin gidduutti akka hin argamne of eeggadhaa.+ 17 Inni sana booda eebbicha dhaaluuf yommuu barbaadu akka dhowwame beektu; imimmaaniin yaada* jijjiirsisuuf carraaqqii cimaa kan godhe taʼus+ isaaf hin milkoofne.
-