-
Uumama 27:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Esaawu wanta abbaan isaa jedhe yommuu dhagaʼu, akka malee sagalee isaa ol kaasee hirqinfatee booʼaa abbaa isaatiin, “Yaa abbaa koo, na eebbisi, anaanis eebbisi!” jedhe.+
-