LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 22:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Ati sagalee koo waan dhageesseef, saboonni lafa irraa hundi sanyii keetiin+ ofii isaaniitiif eebba ni argatu.’”+

  • Uumama 49:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Hamma Shiiloon* dhufutti,+ uleen mootii Yihudaa+ keessaa, uleen ajajaas miila isaa gidduudhaa hin baʼu; saboonnis isaaf ni ajajamu.+

  • Galaatiyaa 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Waadaan kun kan galame Abrahaamii fi sanyii isaatiif ture.+ Akka nama baayʼeedhaaf taʼetti, “sanyiiwwan keetiif” hin jedhu. Kanaa mannaa akka nama tokkoof taʼetti “sanyii keetiif” jedha; innis Kiristoosi.+

  • Galaatiyaa 3:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kana malees, isin kan Kiristoos yoo taatan, dhuguma sanyii Abrahaam+ warra waadaa isaaf galame+ dhaaltani dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi