Mulʼata 12:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Samii keessatti waraanni ni kaʼe: Mikaaʼelii*+ fi maleekonni isaa jawwee sana irratti waraana banan; jawween sunii fi maleekonni isaas isaan irratti waraana banan; Mulʼata 12:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kanaafuu, jawween sun dubartittiitti aaree, warra sanyii ishii+ keessaa hafan, warra ajaja Waaqayyoo eeganii fi waaʼee Yesuus dhugaa akka baʼan hojiin isaaniif kenname irratti waraana banuuf deeme.+
7 Samii keessatti waraanni ni kaʼe: Mikaaʼelii*+ fi maleekonni isaa jawwee sana irratti waraana banan; jawween sunii fi maleekonni isaas isaan irratti waraana banan;
17 Kanaafuu, jawween sun dubartittiitti aaree, warra sanyii ishii+ keessaa hafan, warra ajaja Waaqayyoo eeganii fi waaʼee Yesuus dhugaa akka baʼan hojiin isaaniif kenname irratti waraana banuuf deeme.+