LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 24:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Yeroo sanatti namoonni rakkinaaf dabarsanii isin kennu,+ isin ajjeesus;+ maqaa kootiin kan kaʼe saboota hundumaa biratti ni jibbamtu.+

  • Hojii Ergamootaa 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Haa taʼu malee, yommuu hafuurri qulqulluun isin irra buʼu humna ni argattu;+ Yerusaalemitti,+ guutummaa Yihudaa fi Samaariyaatti,+ akkasumas hanga andaara lafaatti+ dhugaa baatota koo ni taatu.”+

  • Mulʼata 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ani obboleessi keessan Yohaannis, duuka buutuu Yesuus taʼuudhaan+ isinii wajjin rakkina keessattii+ fi mootummicha+ keessatti kanan hirmaadhu, akkasumas jabaadhee kanan dhaabbadhu,+ waaʼee Waaqayyoo dubbachuu fi waaʼee Yesuus dhugaa baʼuu kootiin kan kaʼe odola Phaaximos jedhamtu keessan ture.

  • Mulʼata 6:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yommuu inni chaappaa isa shanaffaa banu, lubbuu*+ namoota sababii dubbii Waaqayyoo fi sababii dhugaa baʼuu isaaniitiif gorraʼamanii+ iddoo aarsaa jalatti+ nan arge.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi