LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 20:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Inni jawwicha,+ jechuunis bofa isa jalqabaa+ isa Diyaabilosii+ fi Seexana+ taʼe qabee waggaa 1,000f hidhe.

  • Mulʼata 20:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Diyaabilos inni isaan dogoggorsaa tures haroo ibiddaa fi dinyii keessatti, bakka bineensichii+ fi raajii sobduun sun jiranitti darbatame;+ isaan baraa hamma bara baraatti halkanii fi guyyaa dhiphatu.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi