-
Mulʼata 19:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Bineensichi ni qabame, raajii sobduun+ inni isa duratti dinqii hojjechuudhaan warra mallattoo bineensichaa+ fudhatanii fi warra bifa fakkeenyaa isaa waaqeffatan+ dogoggorses isaa wajjin ni qabame. Lamaan isaanii iyyuu utuma lubbuudhaan jiranii haroo ibiddaa dinyiidhaan bobaʼu keessatti darbataman.+
-