-
Mulʼata 13:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Inni harka isaanii mirgaa yookiin adda isaanii irratti mallattoo akka godhatan namoota hunda, jechuunis xinnaa fi guddaa, sooressaa fi hiyyeessa, isa bilisa taʼee fi isa garba taʼe ni dirqisiisa;+ 17 kunis nama mallattoo sana, jechuunis maqaa+ bineensichaa yookiin lakkoofsa maqaa bineensichaa+ qabu malee, eenyu iyyuu bituu yookiin gurguruu akka hin dandeenyeefi.
-