LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 14:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Maleekaa sadaffaanis isaan duukaa buʼee sagalee guddaadhaan akkana jedhe: “Namni kam iyyuu bineensichaa+ fi bifa fakkeenyaa isaa yoo waaqeffate, akkasumas adda isaa yookiin harka isaa irratti mallattoo isaa yoo fudhate,+ 10 inni daadhii wayinii dheekkamsa Waaqayyoo isa makaa hin qabne, isa xoofoo dheekkamsaa+ isaa keessaa dhangalaʼus ni dhuga; akkasumas maleekota qulqulluu fi Hoolicha duratti ibiddaa fi dinyiidhaan+ ni dhiphifama.

  • Mulʼata 16:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Maleekaan inni jalqabaa dhaqee wanta saanii isaa keessa jiru lafa irratti dhangalaase.+ Namoota mallattoo bineensichaa qabanii+ fi bifa fakkeenyaa isaa waaqeffatan+ irras madaa cimaan+ miidhaa geessisu ni gaʼe.

  • Mulʼata 19:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Bineensichi ni qabame, raajii sobduun+ inni isa duratti dinqii hojjechuudhaan warra mallattoo bineensichaa+ fudhatanii fi warra bifa fakkeenyaa isaa waaqeffatan+ dogoggorses isaa wajjin ni qabame. Lamaan isaanii iyyuu utuma lubbuudhaan jiranii haroo ibiddaa dinyiidhaan bobaʼu keessatti darbataman.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi