Mulʼata 13:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Inni harka isaanii mirgaa yookiin adda isaanii irratti mallattoo akka godhatan namoota hunda, jechuunis xinnaa fi guddaa, sooressaa fi hiyyeessa, isa bilisa taʼee fi isa garba taʼe ni dirqisiisa;+ Mulʼata 13:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Egaa ogummaan kan barbaachisu kana irratti: Namni hubannaa qabu lakkoofsa bineensichaa haa shallagu, lakkoofsichi lakkoofsa namaa ti, lakkoofsi isaa 666 dha.+
16 Inni harka isaanii mirgaa yookiin adda isaanii irratti mallattoo akka godhatan namoota hunda, jechuunis xinnaa fi guddaa, sooressaa fi hiyyeessa, isa bilisa taʼee fi isa garba taʼe ni dirqisiisa;+
18 Egaa ogummaan kan barbaachisu kana irratti: Namni hubannaa qabu lakkoofsa bineensichaa haa shallagu, lakkoofsichi lakkoofsa namaa ti, lakkoofsi isaa 666 dha.+