LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Warra foon ajjeesuu malee lubbuu* ajjeesuu hin dandeenye hin sodaatinaa;+ kanaa mannaa, isa lubbuus taʼe foon Gahaannam* keessatti balleessuu dandaʼu sana sodaadhaa.+

  • 2 Pheexiros 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Wantoota gara fuulduraatti namoota Waaqayyoon hin sodaanne irra gaʼaniif fakkeenya akka taʼuufis,+ magaalota Sodoomii fi Gomoraa daaraa gochuudhaan isaanitti murteesse.+

  • Yihudaa 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Haaluma wal fakkaatuun, Sodoomii fi Gomoraan, akkasumas magaalonni naannoo isaanii jiran halalummaadhaaf* dabarsanii of kennaniiru, fedhii foonii isa uumamaan ala taʼe+ duukaas buʼaniiru; isaan ibidda bara baraatiin adabamuudhaan fakkeenya akeekkachiisaa nuuf taʼaniiru.+

  • Mulʼata 20:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Duutii fi Awwaalli* haroo ibiddaa keessatti darbataman.+ Haroon ibiddaa+ kun duʼa isa lammaffaa+ argisiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi