-
Mulʼata 13:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Bifa fakkeenyaa bineensichaatiif hafuura akka kennus isaaf ni heyyamame; kunis bifti fakkeenyaa bineensichaa akka dubbatuu fi namoota bifa fakkeenyaa bineensichaa waaqeffachuu didan hunda akka ajjeesisuufi.
16 Inni harka isaanii mirgaa yookiin adda isaanii irratti mallattoo akka godhatan namoota hunda, jechuunis xinnaa fi guddaa, sooressaa fi hiyyeessa, isa bilisa taʼee fi isa garba taʼe ni dirqisiisa;+
-